Obbo Iskindar Nagaa FI $600,000 Iccitti ta’aan!

Itti Gafatamaan Partii Balderas obbo Iskinder Nega Maqaa partii Balderas Hundessutiin kan bekkamtii Argate waggotaa Afran Dabree kessaa dha. Degartootaa isaa biratti Dr Iskindar Nega kan jedhamuu fi Hawasaa biratti immoo kurtuu ykn pestalii keloo jedhamuun kan bekamuu Iskindar nagaa gazexessaa VOA Damee Afaan Amara ta’ee gabasaa Finfinnee Dhiyessuun Bekamaa Turee.

 

Garuu barootaa darbaan shannan immoo Garaa siyaasaatti seenuu dhan Ajandaa “Finfinnee la Addis Ababe” Jedhamuun kn ka’ee yoo ta’uu,Ajandicha immoo garaa partii Balderas jedhamuutti ol guddisuun guraa isaa fi Dhagetti cimsaatee turee.

 

Partiin Balderaas sossochii falmisisoo fi Tajjabii kessaa nama galchaan kan qabuu yoo ta’uu,Garuu Degartootaa partichumaa fakkataan hedduu biyyaa alatti kan karaa mallaqaan Degaraan Kan Qabuu dha.

 

Kanumaa Irraan kan ka’ee Hoggannan Partii Balderas Iskinder negaa Degartootaa partichaa biyya ormaa ykn Diasporaa irraa yeroo hedduu mallaqaa degarsaa kan gaffachaa turee yoo ta’uu,Dhiyeenyaa kana immoo waanti Hawasaa degartootaa Balderas mata wolitti buusee tokkoo Uumaamee jiraa.

 

Kan Uumaamees kana dha. Hoggannan Partii Balderas Iskinder Nega Biyyaa Amerikaatti maqaa partii balderasin mallaqaa sassabamee dollaraa $600,000 garaa accounti partichatti osoo Hin galchin hafee!

Akka qaamnii partii Balderas fi bakka buttonii Bordii filaanoof ol iyyanoo Galchanitti “Danbii ittin Bulmataa kenyaan alaa,Qamootaa biyyaa alaa jiraataan wajjiin wali galuun Mallqaa kan sassabaan fi Qamootni biyyaa alaa jira kun partii kenyaa irratti dhibbaa gochuu akka danda’anii fi Nuu Ajajuuf hangaa angoo argachuuf gahanitti tasifamaniruu”jechuun Ibsaan.

 

Itti dabaluunis” Akka seerii dambii ittin bulmataa kenyaa ibsutti warronii partii kenyaa biratti bekkamtii hin qabnee,Seeraa danbii bulmataa partii kenyaa bekuu fi angoo ittin argachuuf mirgaa hin qaban,Garuu seerii kun cabee,Qamoonii hin bekamnee hamma dollaran mallaqaa nuu kaffalutti gahuu fi Akka maqaa partii kenyaan sirbaan tasifamaniruu”

 

Itti Fufuunis” Akka hundi kenyaa arga jiruutti kochoo partii Balderas jechuun Amerikatti dhabnii hin bekkamnee maqaa kenyaan daldala kan turee,warrotaa mallaqaa akka hojatootaa isaanii nuu fakkesuuf nuuf kaffalaan ta’uu irraa genyeeraa” jedhuu.

 

Garaa Xumurratti Dabalanis” Akka Asiin Duraa ibsuuf yaletti Hoggannan partii kenyaa obboo iskindar nega Essaa akka jiraanii fi Nuu jalaa Badanii jiraachuu isaa ibsineraa. (Kurtuu kelloo kessaa hin barbadnee malee).

 

Garuu Garaa kabaa Amerikatti Ergaan Rabsamee akka ibsuutti Bakka bu’aan keenyaa Dollaraa 600,000 Wajjiin akka jiraani fi Aangoo gadhisuu isaa dhagenyee jiraa.Kanafuu wantii hoganaa kenyaa mudatee machessaa dollaraa fi trajedii nutti amanuu hin dandenyee jechuun ibsaa isaanii kennanii jiruu.

 

Dhumaa irrattii Dhamsaa warra Balderas alaa akka beksisnuuf waan gafatamneef itti Dabalee jiraa.

Namaa pestalaa keloo dhan,mallayoo godhatee yookaan mataa moluu ibsaa demuu yoo argitaan Bakka jiruutti akka nuuf qabdaan jechuun partiin Balderas ibsaa hin dabarsinee.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *