Afaan Oromoo

  • Gabaa misirroo Hindii bakka abbaan warraa itti bitamuu

    Gabaa misirroo Hindii bakka abbaan warraa itti bitamuu! Bulchiinsa Hindii Bihaar keessatti kan argamu gabaan kun waggaa 700 lakkoofsiseera Dubartoonni abbaa manaa barbaadan maatii isaanii waliin ta’uun gabaa dhaqanii bitachuu danda’u Waggoota 700 oliif bulchiinsa Hindii Bihaar gabaa misirroo adda ta’e kan dubartoonniifi maatiin isaanii abbaa warraadhaaf bitatan qopheessiteetti. Waggaa waggaan dhiironni kumaatamaan lakkaa’aman muka piipaal jalatti walitti qabamu, gabaa…

    Read More »
  • Ball and Footballer Player

    Today’s Leeds VS Chelsea Game

    Filannoo fi Tilmaama Liidsi fi Cheelsii: Qabsoo Biluuzii Elland Road irratti Diraamaa torbee darbee booda Cheelsiif wanti walxaxaa ta’uu tilmaamuun nama rakkisa, garuu imala gara Elland Road qajeelaa miti. Filannoon keenya EPL betting bu’aa guddaa dirree isaa irratti Liids Yunaayitid akka ta’uuf dhimma taasisa. Liidsi Yunaayitid bara dorgommii darbe guyyaa xumuraa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti sadarkaa isaanii erga mirkaneessanii booda ganna…

    Read More »
  • Obbo Iskindar Nagaa FI $600,000 Iccitti ta’aan!

    Itti Gafatamaan Partii Balderas obbo Iskinder Nega Maqaa partii Balderas Hundessutiin kan bekkamtii Argate waggotaa Afran Dabree kessaa dha. Degartootaa isaa biratti Dr Iskindar Nega kan jedhamuu fi Hawasaa biratti immoo kurtuu ykn pestalii keloo jedhamuun kan bekamuu Iskindar nagaa gazexessaa VOA Damee Afaan Amara ta’ee gabasaa Finfinnee Dhiyessuun Bekamaa Turee.   Garuu barootaa darbaan shannan immoo Garaa siyaasaatti seenuu…

    Read More »
  • Dark Marriage Image

    Karaalee sirni fuudhaa heerumaa oromoo ittiin gaggeeffamu Kaniin Beektuu Laataa ?

    1/Gabbara 2/wal-gara 3/Buttaa 4/Cabsaa/Aseennaa 5/Dhaala 6/meenbeetoo     ASEENNAA… Dur Oromoo Arsii biratti Aseennaan Aadaa Fuudhaaf Heerumaa Dubartiin yoo dhiira tokko jaalatte fedhii isiitiin mana worra gurbaa jaalattee deemtee ittiin heerumtuudha. Dubartiin Aseennaa deemte nama dhaqxe sanii hin ari’amtu. Jaarsi bayee fedhii fi mirgi isii eeggameefii gurbaa barbaaddetti heerumti. Yoo qe’ee worra gurbicha jaalattee; itti heerumuuf taatuu geettu, akkana jetti……

    Read More »
  • Oromoo girls

    Wa’ee Ateetee Hammam Beektuu?

    Ateeteen seera sirna Gadaa keessatti, dubartoonni ittiin mirga ofii kabachiifataniidha. Akka aadaa Sirna Gadaatti mirgi dhiiraa fi dubartii wolqixa. Kunis Ateetee Deemsisaa jedhamuun beekkama. Seera kana keessatti abbaan worraas dubartii akka hin miine kan dhoorguudha. Keessattuu, dubartii Qanafaa. Qanafaan faaya dubartiin deette ji’a jahaaf addatti godhattuudha. Yeroo kanatti kabaja addaa qabdi. Abbaan manaas hin dhaanu, fedha isii malee woliin rafuu…

    Read More »
Back to top button